Matthew 14:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf Heroodis isi'iin, “Waan ati na gaafattu mara si'iif hin kenna” jedhee waadaa galeef.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Herodeni kakhate, Waan atini feetu ch'ufa sii kenna jed'eeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf Herodis kakaatee, “Waan atin feetu cufaa sii kenna” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Heroodis waan isiin isa kadhatte maraa kennu'uufiif waadaa gale.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu Heroodiis waan isiin isa kadhatte maraa kennu'uufiif kaku'uun waadaa galeef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf'llee Heerodis, «Waan barbaaddu ana gaafadhu! Ani'llee siif ni kennaa!» jechu'uun kaku'uun waadaa ni aseeneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Heroodis isi'iin, «Waan ati na gaafattu mara si'iif hin kenna» jedhee waadaa galeef.