Matthew 14:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isiin Haadha ifiitiin gorfantee, “Ammuma maataa Yohaannisii cuupha'aa qori'itti naa kenni” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haati mala d'oofteefi, isiini d'at'e waan jette, Mata Yohana nama batisu qori gubba kayi naa kenni jetteeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haatii mala dhoofteefii, isiin dhaxxee, “Mat. aa Yoh. aannisii nama cuuphuu qorii gubbaa kaa'ii naa kenni” jetteen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiinillee haadhaan gorfamtee, «Ammuma morma Yohaannisii cuupha'aa qorii keessa kaayii naa kenni» jette.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiinillee haadhaan gorfamtee, «Ammuma mataa Yohaannisii cuupha'aa qorii keessa kaayii naa kenni» jette.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isiin'llee haadha isi'iitiin gorffamttee, «Mataa Yohaannisii cuupha'aa muriitii ammuma qori'iin naa kenni!» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin Haadha ifiitiin gorfantee, «Ammuma mataa Yohaannisii cuupha'aa qori'itti naa kenni» jette.