Matthew 15:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus gumii gara ifii waamee, “Caqasa'aatii hubadha'a:
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni biyya ufiti yaame waan jed'eeni, Ch'aqasa, hubad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus biyya ufiitti yaame, “Caqasaa, hubadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yesuus gumii gara ufii waamee, «Dhagayaa'a, hubadhalle'e:
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Yesuus gumii gara ufii waamee, «Dhagayaa'a, hubadhalle'e:
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesus namoota gara isaa waamee akkana isaaniin ni jedhe, «Dhagayaa! Hubadha'llee!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus gumii gara ifii waamee, «Caqasa'aatii hubadha'a: