Matthew 15:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
wonni nama batteessu waan afaan namaa keessaa bawu malee, waan gara afaan namaa seenuu moti” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti afaani nama keesa seene nama int'ureesitu, ammo waan afaani nama keesaa bahati nama t'ureesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan afaan namaa keessaa ba'aa malee wantii afaan namaa seenaa nama hinxureesitu” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti nama batteessu waan afaan namaa keessaa bayu malee waan gara afaan namaa seenuu miti» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti nama batteessu waan afaan namaa keessaa bayu malee, waan gara afaan namaa seenuu miti» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nama ka batteessu afaan isaatii waan bayu malee, gara afaanii waan aseenuu miti!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
wonni nama batteessu waan afaan namaa keessaa bawu malee, waan gara afaan namaa seenuu moti» jedheen.