Matthew 15:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba barattooti itti dhikaattee, “Worri Fariisaayotaa waan ati jette yennaa dhage'ane akka gufatane beettaa?” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Yeso gara isaa d'ufe waan jed'eeni, Farisayooni waan kana d'ageennaani ya dalante, beeta?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii Yesusiin gara isaa dhufee, “Fariisootii waan kana dhageennaan ya dallanttee, beettaa?” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa barattoonni gara isaa dhufanii, «Worri Fariisotaa waan ati jette haga dhagayan akka gufatan beettaa?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa barattoonni gara isaa dhufanii, «Worri Fariisotaa waan ati jette haga dhagayan akka gufatan beettaa?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti barattoonni isaa gara isaa dhiyaatanii, «Farisoonni waan ati dubbatte kana dhagayanii, akka gufatan beekittee jirta?» jechu'uun ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba barattooti itti dhikaattee, «Worri Fariisaayotaa waan ati jette yennaa dhage'ane akka gufatane beettaa?» jedhaneen.