Matthew 15:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Wonni Abbaan kiyya ka ol-gubba'aa hin dhaabin marti hin buqqaati” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'e, Mukha Abbaani kiyya ka gubba inobriini ch'ufa imbuqisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii, “Muka Abbaan kiyya ka Waaqaa gubbaa hinoobrin cufa inbuqisan;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammo deebisee, «Biqiltuun Abbaan kiyya ka sami'ii hin dhaabne maruu hin buqqa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammoo deebisee, «Biqiltuun Abbaan kiyya ka sami'ii hin dhaabne maruu hin buqqa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni garuu akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Biqilttuun Abbaan kiyya ka sami'ii hin dhaabin marrinuu ni buqqifama,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Wonni Abbaan kiyya ka ol-gubba'aa hin dhaabin marti hin buqqaati.