Matthew 15:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni afaaniin seenu martinuu, gadha'atti dabaree, nafa namaa keessaa akka bawu isin hin hubattanuu?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka wonti afaani seene garaati dabarte gadi baatu imbeetani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka wantii afaan seenaa garaatti dabartee gad baatu hinbeettanii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti gara afaanii seenu maruu gara gara'aa gad lufee nafa namaa keessaa akka bayu hin argitanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti gara afaanii seenu maruu gara gara'aa gadi lufee, nafa namaa keessaa akka bayu hin argitanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara afaanii wonitti aseenu marrinuu gara'aa gad bu'ee, gara alaa titti akka bayu hin hubattanii moo?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni afaaniin seenu martinuu, gadha'atti dabaree, nafa namaa keessaa akka bawu isin hin hubattanuu?