Matthew 15:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni afaan namatii bawu ammoo gadhaa irraa dhufa, wonni nama batteessulle kana.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo wonti afaani keesa baha, herega garaa keesaa d'ufti Duuba suniti nama t'ureesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii afaan keessaa ba'aa, ammoo herrega garaa keessaa dhufti, sunitti duuba nama xureessa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti afaan keessaa bayu ammo garaa keessaa waan bayuuf ka nama batteessu isa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti afaan keessaa bayu ammoo garaa keessaa waan bayuuf ka nama batteessu isa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka afaanii bayu garuu onnee keessaa baya, nama'llee ka batteessu isa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni afaan namaatii bawu ammoo gadhaa irraa dhufa, wonni nama batteessulle kana.