Matthew 15:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille Yaadi hamaan, ijjeesuun, gaarayyeeffatuun, sagaagaluun, hatuun, dharaan dhugaa bawuun, maqaa namaa balleessuun gadhaa namaa keessaa baya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Garaa keesaa herega hamafi ijeechafi wolbarachaafi ch'abanumafi hannafi d'arafi arabati baha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Garaa keessaa herrega hamaa, ijjeechaa, walbarachaa, caphanummaa, hanna, dharaa fi arrabatti ba'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaanillee garaa keessaa yaanni hamaan, ajjeesuun, seebaruun, hatuun, sobaan ragaa bayu'uu fi arrabsuu, kanniin fa'atuu baya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaanillee garaa keessaa yaanni hamaan, ajjeesuun, seebaruun, hatuun, sobaan ragaa bayu'uu fi arrabsuu kanniin fa'atuu baya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hamaa yaaduu, nama ajjeesuu, sagaagaluu, gocha sagaagalaa raawwachuu, hatuu, dharaan ragaa bayuu, maqaa namaa balleessuu, kun marrinuu onnee namaa keessa ni baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille Yaadi hamaan, ijjeesuun, gaarayyeeffatuun, sagaagaluun, hatuun, dharaan dhugaa bawuun, maqaa namaa balleessuun gadhaa namaa keessaa baya.