Matthew 15:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Barattooti teeti maaf aadaa maanguddo'oo ulfeessuu dhaban? Isaan nyaatiisaan dura harka ifii hin dhiqatanu!” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari kanke maafi aada jaarole ch'absa? Hojja sagale nyaatu harka ind'iqatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Jarii kankee maaf aadaa jaarrolee cabsa? Yo sagalee nyaatu harka hindhiqatuu” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Darasoonni kee maaf aadaa manguddootaa hin kabajjine? isaan hennaa xoroshoo nyaatan harka ufii hin dhiqatan!» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Darasoonni kee maaf aadaa manguddootaa hin kabajjine? isaan hennaa xoroshoo nyaatan harka ufii hin dhiqatan!» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Barattoonni kee maali'iif aadaa jaarsotaa diigan? Kunoo! Nyaata yeroo nyaatan harka isaanii uduu hin miicatin nyaatan!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Barattooti teeti maaf aadaa maanguddo'oo ulfeessuu dhaban? Isaan nyaatiisaan dura harka ifii hin dhiqatanu!» jedhaneen.