Matthew 15:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus addee san lakkisee gara qachoota Xiroosiitii fi Sidoonii dhaqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni achi kae lafa Tirotiifi Sidoni d'aqe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus achii ka'ee lafa Xiiroosii fi Sidoon dhaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus achii bayee gara biyya Xiroosii fi Siidoonii deeme.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus achii bayee gara biyya Xiroosii fi Siidoonii deeme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus achii bayee gara magaalaawwan Xiiroosiitii fi Sidoonaa ni deeme,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus addee san lakkisee gara qachoota Xiiroosiitii fi Sidoonii dhaqe.