Matthew 15:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dubartittiin ammoo dhuttee isa duratti jilbiiffattee, “Gootta'a, na gargaar” jetteen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo niitiini taani d'ufte isa durati jilbifatte waan jetteeni, Aabbo, na qarqaari.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Niitiin taan ammoo dhuftee isa duratti jilbiiffattee, “Aabboo, na qarqaar” jetteen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin ammo dhuftee isa afo'otti jilbiiffattee, «Gooftaa'a! na gargaar» jettee sagaddeef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiin ammoo dhufteeti isa afo'otti jilbiinfattee, «Gooftaa'a, na gargaar» jettee sagaddeef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubarttiin garuu dhiyaatte miila isaa jalatti jilbbiiffatteeti, «Yaa Gooftaa! Yabo'oo ana gargaar!» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartittiin ammoo dhuttee isa duratti jilbiiffattee, «Gootta'a, na gargaar» jetteen.