Matthew 15:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isiin deebittee, “Ee, Gootta'a, te'uu malee sareelle woma qorii goottaa isaanii irraa harca'u nyaatti” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niitiini taani waan jetteeni, Sunini d'uga, Aabbo; ammo sareleeni hamba abba iraa jijiddu inyaatti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Niitiin taan, “Aabboo, sun dhugaa ammoo sareelleen hambaa abbaa irraa jijiddu hin nyaattuu” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin deebitee, «Ee; Gooftaa kiyya! sareenillee woma qorii Gooftaa isaanii irraa harca'u nyaatti» jette.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiin deebitee, «Ee, Gooftaa kiyya, sareenillee woma qorii Gooftaa isaanii irraa harca'u nyaatti» jette.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isiin'llee, «Yaa Gooftaa sirri'i!, Garuu sariin'llee nyaata goofttota isaanii irraa hanbbaa bu'u ni nyaatan» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin deebittee, «Ee, Gootta'a, te'uu malee sareelle woma qorii goottaa isaanii irraa harca'u nyaatti» jette.