Matthew 15:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus deebisee, “Dubartii tana, dhugeeffannaan teeti guddo'o! Akkuma halchaa teetii sii teetuu” jedheen. Intalti isi'iille yoosuma fayyite.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni waan jed'eeni, Haato, d'ugefachaani tante waan guddo. Wonti atini feetu ha sii taatu. Duuba intalti isii hojuma suni fayyite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus, ''Adoo, dhugeeffachaan tantee waan guddoo, wantii atin feetu ha sii taatuu” jedheen. Jennaan intaltii isii yoma sun fayyite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yesuus deebisee, «Dubartii nana, amantiin kee gudda'a! Akkuma hawwii keetii sii haa ta'u» jedheen. Mucattiinillee yoma san fayyite.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Yesuus deebisee, «Dubartii nana, amantaan kankee gudda'a! Akkuma hawwii keetii siif haata'u» jedheen. Mucattiinillee yoma san fayyite.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Yesus, «Dubarttii nana amantiin kee gudda'a! Kanaaf akka fedhii keetii siif haa ta'u!» ni jedheen. Initaltti dubarttiin'llee yeroma sanitti ni fayyite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus deebisee, «Dubartii tana, dhugeeffannaan teeti guddo'o! Akkuma halchaa teetii sii teetuu» jedheen. Intalti isi'iille yoosuma fayyite.