Matthew 15:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti, “Lafa goomole'ee tana keessatti sagalee gumii guddoo tana areeriisaaf geettu eessaa fuuna?” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari isaa waan isaani jed'e, Sagale worra geetu lafa aloo tana keesa eesa argina?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii isaa, “Sagalee warra geettu lafa gammoojjii tana keessaa eessaa argina ree?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni, «Lafa udume'ee kana keessatti xoroshoo banii haganaa kana quubsu eessaa fuuna?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni, «Lafa udume'ee kana keessatti xoroshoo banii haganaa kana quubsu eessaa fuuna?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa'llee, «Eegaa, nama kana maraaf nyaata gayu gammoojjii kana keessatti eessaa arganna ree?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti, «Lafa goomole'ee tana keessatti sagalee gumii guddoo tana areeriisaaf geettu eessaa fuuna?» jedhaneen.