Matthew 15:35 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Yesuus akka gumiin lafa irra gad teteettu ajaje.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni biyyaani, Lafa tataa jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus biyyaan, “Lafa tataa'aa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus gumii marga irra akka taa'an ajaje.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus gumiin marga irra akka taa'an ajaje.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus ummanni lafa irra akka taa'an isaan ni ajaje,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yesuus akka gumiin lafa irra gad teteettu ajaje.