Matthew 15:37 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan martinuu nyaatanee quufane; barattooti hambaa hatte kollonjoo torba guutuu fuudhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti nyaate quufe, hamba dadu torba miju guurani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii cuftii nyaatee quufee, hambaa daduuu torba miyyuu guuran.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maruu nyaatanii quufanii hambaa hafe gindoo torba guutuu kaasan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan martinuu nyaatanii qufaniiti, hambaa hafe Gindoo torba guutuu kaasan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Marrinuu nyaatanii ni quufan, ka hafe'llee barattoonni isaa wolitti qabanii, ginddoo torbaa guutuu hanbbaa ni kaasan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan martinuu nyaatanee quufane; barattooti hambaa hatte kollonjoo torba guutuu fuudhane.