Matthew 15:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus gumii san geegesseen duuba, hoboloo yaabee gara lafa Magadaan jedhantu dhaqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yesoni biyyaani, Nagayati jed'e, hobolo keesa seene, gara lafa Magadani d'aqe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba Yesus biyyaan, “Nagaatti” jedhee hoboloo keessa seenee, gara lafa Magadaan dhaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus haga gumii geegesseen maayessa yabala keessa seenee gara biyya Magedoolii dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus gumii haga geegesseen maayessa, yabala keessa seenee gara biyya Maqidooniya'aa dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus ummata ni geegesse, hoboloo'llee yaabbatee gara kutaa biyya Magadoon ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus gumii san geegesseen duuba, hoboloo yaabee gara lafa Magadaan jedhantu dhaqe.