Matthew 15:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin ammoo nami tokko abba'aan yookiin haadhaan, ‘Gargaarsi isin na biraa dhaggataa turtane Waaqaaf kennameera’ yoo jedheen,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani waan jettani, Yo nami abbaafi haad'a ufitiini, waan sila nara argattani yayu Waaqaa kennani jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan ammoo, ‘Namii yo silaa haadhaa fi abbaa ufiitiin, waan silaa narraa argattan yaayyuu Waaqaa kennan jedhe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ammo, ‹Namni tokko abba'aan yookaan haadhaan, gargaarsi isin na biraa argata'aa turtan Rabbiif kenneera yoo jedheen,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ammoo, ‹Namni tokko abba'aan yookiin haadhaan, gargaarsi isin na biraa argata'aa turtan Rabbiif kenneera yoo jedheen,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin garuu, naminni tokko abbaa isaa yookiin haadha isaatiin, ‹gargaarssa ana irraa ni arggattan ture Waaqaaf kennaa taasisee dhiyeessee jira› yoo isaaniin jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo nami tokko abba'aan yookiin haadhaan, ‹Qarqaarsi isin na biraa dhaggataa turtane Waaqaaf kennameera› yoo jedheen,