Matthew 15:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin kijiboole'e! Isaayaas marroo tessaniif raagee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani kiyyibdoole! Isayani d'uga dubbate, gaafa waan keesani fage!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan kiyyibdoolee! Isaayaas gaafa waan keessan hime, dhugaa dubbate!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin fakkeessitoota! Isaayyaas waan keessan raagee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin fakkeessitoota! Isaayyaas waan keessan raagee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
isin sareeganttoota nana! Isaayaas waayee keessan akkana jechu'uun raaginni dubbate sirri'i,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin kijiboole'e! Isaayaas marroo teessaniif raagee,