Matthew 15:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
‘Kolbaan tun afaaniin na ulfeessiti, gadhaan isi'ii narraa fago'o;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti tunini afaanumaani na guddifti, ammo garaani worra nara fago jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
‘Biyyitii tunin afaanumaan na guddifti, garaan warraa ammoo narraa fagoo jira,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Baniin kun afaaniin na kabajja, garaan isaanii ammo na irraa guddaa fago'o;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Baniin kun afaaniin na kabajja, garaan isaanii ammoo narraa guddaa ka fagaate;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹ummanni kun afaanuma isaatiin ana kabaja, onneen isaa garuu ana irraa ka fagaate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Kolbaan tun afaaniin na ulfeessiti, gadhaan isi'ii narraa fago'o.