Matthew 15:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
kolbaan tun ajaja namaa akka seera Waaqaatitti barsiisaa, akkasumaan na waaqonsiti’ ta jedhe dhuga'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ufuma na yaamatani, wonti akanatiifi barsiisa ufi keesa seera nama aka seera Waaqa barsiisani jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ufumaa na yaammatti, wantii akkanaatiif barsiisa ufii keessa seera namaa akka seera Waaqaa barsiisan.’ jedha” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kun ajaja namaa akka seera Rabbiititti barsiisa'aa, ufii ammo, duwwama na waaqeffatan› ka jedhe dhuga'a» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baniin kun ajaja namaa akka seera Rabbiititti barsiisa'aa, ufii ammoo, duwwama na kaddaamani› ka jedhe dhuga'a» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
aada'aa fi naamusa naminni baase akka seeraa taasisee barsiisa'aa, tasaan ana waaqeffata.› »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tun ajaja namaa akka seera Waaqaatitti barsiisaa, akkasumaan na waaqonsiti› ta jedhe dhuga'a» jedhe.