Matthew 16:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri Fariisaayotaatii fi worri Saduqootaa dhufanee, Yesuus haga ilaaliisaaf beessisa tokko ol-gubbaa irraa akka itti mudhisu isa gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Farisayoofi Sadukayoni gara isaa d'ufte aka sila ilaalattu, Akheekha gubba nu agarsiisi jed'aniini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fariisotaa fi Saduqootii akka silaa ilaallattu gara isaa dhuftee, “Akeeka Waaqaa gubbaa nu garsiisa” jetteen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Fariisotaatii fi worri Saduuqootaa gara Yesuusii dhufanii, «Samii irraa malkata nutti mudhis» jedhanii Isa kadhatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri Fariisotaa fi worri Saduqootaa gara Yesuusii dhufanii, samii irraa malkata akka isaanitti mudhisu Isa kadhatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fariisootaa fi Saduqoonni gara Yesusii ni dhufan, isa qormmaatu'uu barbaadanii, «Sami'ii baasa nutti mulidhis!» jechu'uun ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Fariisaayotaatii fi worri Saduqootaa dhufanee, Yesuus haga ilaaliisaaf beessisa tokko ol-gubbaa irraa akka itti mudhisu isa gaafatane.