Matthew 16:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yookiin xaltaa torba namoota kuma afuriif geyee kollonjoo meeqa akka fuutane hin qaabattanuu?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yokhaani qit'a torbaani ka nami kunki afuri nyaate inqaabatani? Ammalle dadu hagani ta hambaa guurtani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yokaan qixxaa torbaan ka namii kuma afurii nyaatee hinqaabattanii? Ammallee hambaa daduu hagamii walitti guurtan?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yookaan Xoroshoon torbaa namoota kuma afurii gayee hambaa masoobii meeqa akka kaaftan hin qaabattanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yookiin Xoroshoon torbaa namoota kuma afurii gayee hambaa gindoo meeqa akka kaaftan hin qaabattanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana buddeenni torbaa nama kuma afuriif akka gayee fi hanbbaa hafe'llee ginddoo hagamii guutuu akka kaafttan, hin yaadattanii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yookiin xaltaa torba namoota kuma afuriif geyee kollonjoo meeqa akka fuutane hin qaabattanuu?