Matthew 16:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Marroo daabbo'oo akka ani hin dubbatin attam hubatuu dhaddan? Uukoo worra Fariisaayotaatii fi Saduqootaa irraa ifi eegadha'a!” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akami inhubanne re aka anini waan qit'a dubbachuti injirre? Bukho Farisayootiifi ta Sadukayo eegad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkam akka anin waan qixxaa dubbachuutti hinjirre hinhubanne ree? Bukoo Fariisootaa fi ta Saduqootaa eegadhaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
raacitii Fariisotaatii fi Saduuqootaa irraa akka uf eeggattan ka jedhe waan xoroshoo attamii akka ta'e attamitti hin hubanne?»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
raacitii Fariisotaatii fi Saduqootaa irraa akka uf eeggattan ka jedhe waan xoroshoo attamii akka ta'e attamitti hin hubanne?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa ‹shiishaa Fariisotaatii fi Saduqootaa irraa ufi eeggadhaa!› jedhee isinitti yoo dubbadhu, waayee buddeenaa akka hin ta'in attamitti hin hubanne?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo daabbo'oo akka ani hin dubbatin attam hubatuu dhaddan? Uukoo worra Fariisaayotaatii fi Saduqootaa irraa ifi eegadha'a!» isaaniin jedhe.