Matthew 16:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus gara lafa qachaa Qisaariyaa Philiphoosii bira yennaa dhaqe, barattoota ifiitiin, “Kolbaan Ilma Namaatiin eennu jetti?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yesoni lafa Kaisaria Filipi d'umnaani, jara isaa gaafate waan jed'eeni, Biyyiti, Ilmi Namatiini eennu jetti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba Yesus lafa Qiisaariyaa Filiphos dhumnaan, “Biyyitii, ilma namaatiin eennu jetti?” jedhee jara ufii gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus gara qachaa Qisaariyaa Filiphoosii hennaa gaye darasoota ufiitiin, «Namoonni Ilma Namaatiin eennu jedhan?» jedhee gaafate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus gara qachaa Filiphoos Qisaariyaa hennaa gaye, darasoota ufiitiin, «Namoonni Ilma Namaatiin eennu jedhan?» jedhee gaafate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus Filiiphoos Qiisaariyaa gara biyya jedhamuu yeroo gayetti barattoota isaatiin, «Namoonni Ilma Namaatiin eennu jedhaniin?» jechu'uun, isaan ni gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus gara lafa qachaa Qiisaariyaa Filiphoosii bira yennaa dhaqe, barattoota ifiitiin, «Kolbaan Ilma Namaatiin eennu jetti?» jedhee gaafate.