Matthew 16:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan deebisanee, “Gariin, ‘Yohaannisii cuupha'a’ si'iin jedhan, worri dhibiin ammoo, ‘Eliyaas’ si'iin jedhan, worri dhibiille, ‘Ermiyaas yookiin raagota keessaa tokko’ si'iin jedhan” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Hagi toko, Yohana nama batisu jed'a, ka gari, Eliya jed'a, ka gari, Yeremia yokhaani raaga duri toko jed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii, “Hagii tokko, Yoh. aannis nama cuuphu jette, ta garii, Eliyaas jette, ta garii, ammoo Ermiyaas yokaan raaga durii tokko jette” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan deebisanii, «Gariin, ‹Yohaannisii Cuupha'a› worri kuuwwan, ‹Eeliyaas› kuuwwan ammo, ‹Ermiyaas› yookaan ‹raattota durii keessaa tokko ta'a› siin jedhan» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan deebisanii, «Gariin, ‹Yohaannis Cuupha'a› worri kuuwwan, ‹Eeliyaas› kuwwan ammoo, ‹Ermiyaas› yookiin raattota durii keessaa tokko ta'a siin jedhan» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee, «Tokko tokko, ‹Yohaannisii Cuupha'aa› jedhan, kuunniin ‹Eeliyaas› jedhan, kuunniin ammoo, ‹Eermiiyaas yookiin nabiyyoota keessaa tokko› jedhan» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Gariin, ‹Yohaannisii cuupha'a› si'iin jedhan, worri dhibiin ammoo, ‹Eliyaas› si'iin jedhan, worri dhibiille, ‹Ermiyaas yookiin raagota keessaa tokko› si'iin jedhan» jedhaneen.