Matthew 16:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Pheexroos, ani sitti hima, ati rassa'a; rassaa kana irratti wolde'a kiristaanaa kiyya hin ijaara; hunna du'aalle wolde'a kiristaanaa kana hin injifattu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini siti hima: Maqaani ke Petro yokhaani d'akha, d'akha kana gubbati anini gumi tiyya ijaara. Dooti dandeete jabeenna isii indabsattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin sitti himaa maqaan kee Phexros yokaan dhakaa, anin dhakaa kana gubbatti gumii tiyya jaara. Dooti dandeettee jabeennaan si hindabsattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akkana siin jedha, ati Pheexroos, dhagaa siida'aa kana irratti woldaa tiyya ta Kiristaanaa ijaara. Hunni du'aallee isii hin injifatu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani akkana siin jedha, ati Pheexroos, dhagaa siida'aa kana irratti woldaa tiyya ta Kiristaanaa ijaara. Hunni du'aallee isii hin injifatu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani'llee akkana siin jedha, ati (Phexiros) siida'a, dhagaa bu'uraa, kana irratti woldaya kiyya ka amanti'ii ni ijaara, woldaya amanti'ii kiyya'llee huminni du'aatuu isii hin injifatuun.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Pheexroos, ani sitti hima, ati rassa'a; rassaa kana irratti wolde'a kiristaanaa kiyya hin ijaara; hunna du'aalle wolde'a kiristaanaa kana hin injifattu.