Matthew 16:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni deebisee, “Yennaa galgalaa, ‘Gubbaan waan diimatteertuuf, haalli qilleensaa dansa'a’ jettan;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Yo aduuni d'iite galchuuni diimate, bori bokai irroobu jettani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus deebisee warraan, “Yo aduun dhiitee galchuun diimate, ‘Bor bokka'ii hinroobu’ jettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo deebisee akkana isaaniin jedhe, «Hennaa lafti dhiye Samiin waan addaatteertuuf ‹birraa ta'a› jettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee ammoo deebisee akkana isaaniin jedhe, «Hennaa lafti dhiye ‹Samiin waan addaatteertuuf, birraa ta'a› jettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni garuu akkana jechu'uun isaanii ni deebise, [«Galgalatti samiin diimatee yoo argitan ‹caama ni ta'a› jettan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, «Yennaa galgalaa, ‹Gubbaan waan diimatteertuuf, haalli qilleensaa dansa'a› jettan;