Matthew 16:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus Masiihii akka te'e eennulle'etti akka hin hinne jabeessee barattootata ifii ajaje.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni jara ergattu isaa ch'ufati seere, Aka anini Kristo nama tokoleti inhimina jed'eeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus jara ergamtoota isaa cufaatti seeree, “Akka anin Kiristoos nama tokkoolleetti hinhiminaa” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayii Yesuus Kiristoosiin akka ta'e eennuttillee akka hin himne darasoota ufii jabeessee seere.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayii Yesuus Kiristoosiin akka ta'e eennuttillee akka hin himne, darasoota ufii jabeessee seere.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus barattoota isaatiin inni Kristosiin ta'uu isaa eennutti'llee akka hin himnneef, isaan ni ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus Masiihii akka te'e eennulle'etti akka hin hinne jabeessee barattoota ifii ajaje.