Matthew 16:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos cina'atti isa baasee, “Gootta'a, Waaqi si hanqisu! Wonni kun ijjumaa si hin dhaqqabin” jedhaa isa xixuu jalqabe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Petroni kobati yaame waan jed'eeni, Waaqi si didinna, Aabbo. Wonti kuni tahu himmalle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phexros kophaatti yaamee, “Waaqii sii didinna, Aabboo, wantii kun ta'uu hinmalle” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos hojjatti achi isa baasee, «Gooftaa kiyya wonti kun horoma si irratti hin ta'in» jedhee teedeffatuu jalqabe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroos hojjatti achi isa baasee, «Gooftaa kiyya wonti kun horoma sirratti hin ta'in» jedhee teedeffatuu jalqabe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros garuu Yesusiin addumatti achi qabeenii, «Yaa Gooftaa! Gonkumaa hin ta'u, wonitti kun gonkumaa si irraa hin gayin!» jedha'aa, isatti baanachuu jala ni qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos cina'atti isa baasee, «Gootta'a, Waaqi si hanqisu! Wonni kun ijjumaa si hin dhaqqabin» jedhaa isa xixuu jalqabe.