Matthew 16:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ifi irra garagalee, Pheexroosiin, “Seexana, ana irraa bayyadhu! Qalbiin teeti waan namaa malee, waan Waaqaa waan hin yaadaneef, ati anaaf gufu'u” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yesoni garagale waan jed'eeni, Na biraa deemi, Sheet'ana; atini na gufachiifta, heregi kanke ka nama male ka Waaqatiiniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo garagalee, “Na biraa deem, Sheexana; atin na gufachiiftaa, herregii kee ka namaa malee ka Waaqaatiinitii” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo gara galee Pheexroosiin, «Ati seexana! asii deemi! Ati waan namaa malee, waan Rabbii waan hin yaanneef gufuu natti taateerta» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo gara galee Pheexroosiin, «Ati seexana asii deemi! Ati waan namaa malee, waan Rabbii waan hin yaanneef gufuu natti taateerta» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu ufi irra garagalee Phexirosiin, «Ati sheexana nana! Waan namaa malee ka Waaqaa waan hin yaadinneef, ati anaaf gufu'u» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ifi irra garagalee, Pheexroosiin, «Seexana, ana irraa bayyadhu! Qalbiin teeti waan namaa malee, waan Waaqaa waan hin yaadaneef, ati naaf gufu'u» jedheen.