Matthew 16:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ilmi Namaa ulfinna Abbaa ifiitiin ergantoota ifii woliin hin dhufa; achiin duuba tokko tokkoofuu akka hujii isaatitti gatii hin kennaaf.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmi Nama malaika ufi woliini guddinna Abbaatiini d'ufa, duuba nama ch'ufa huji isaa gula waan isaa male kennaafi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ilmii namaa ergamtoota ufii waliin guddinna Abbaatiin dhufuu jira, nama cufa duuba hujii isaa gula waan isaa malee kennaaf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi namaa maleekkota ufii woliin ulfinna Abbaa ufiitiin hin dhufa; achiin maayessa maraafuu akka hujii isaatitti gatii isaa kennaaf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilmi namaa maleekkota ufii woliin ulfinna Abbaa ufiitiin hin dhufa, achiin maayessa maraafuu akka hujii isaatitti gatii isaa hin kennaaf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilmi Namaa ulfinna Abbaa isaatiin ta'ee maleyikkootaan woliin ni dhufa, yeroo sanitti'llee tokkoo tokkoof akka hujii isaatiin, gatii isaa ni kafalaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Namaa ulfinna Abbaa ifiitiin ergantoota ifii woliin hin dhufa; achiin duuba tokko tokkoofuu akka hujii isaatitti gatii hin kennaaf.