Matthew 16:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani dhugumaan isinitti hima, worra as dhaabbatanu keessaa, Ilmi Namaa mootummaa ifiitiin dhufuun haga dhagganutti, namooti hin duune jiran” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Jara arma ejaanju kana keesa nama haga Ilmi Nama guddinna ufitiini d'ufuti indooneti jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugumaa, waan anin isaniin jedhu, jara arma ejaajju kana keessa nama haga ilmii namaa guddinna ufiitiin dhufuutti hindooneetti jira” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dhugamaan isiniin jedha, worra as dhaabatan kanniin keessaa namoonni gariin hennaa Ilmi Namaa ulfinna jeennata ufiitiin dhufu worri hin duune hin jiran» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani dhugamaan isiniin jedha, worra as dhaabatan kanniin keessaa, namoonni gariin hennaa Ilmi Namaa jeennata ufiitiin dhufu worri hin duune hin jiran» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugamaan isiniin jedha, Ilmi Namaa ulfinna mootummaa isaatiin yoo dhufu haga arganitti, worra asi dhaabatan keessaa namoonni hin duune ni jiran.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dhugumaan isinitti hima, worra as dhaabbatanu keessaa, Ilmi Namaa mootummaa ifiitiin dhufuun haga dhagganutti, namooti hin duune jiran» jedhe.