Matthew 16:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
bariille, gubbaan waan diimattee dukkudhootteertuuf, adha hin rooba’ jettan. Bifa gubba'aa ilaaltanee attam akka te'u himuu hin beettan, beessisa baraa ammoo attam akka te'u himuu hin dandeettanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo diirama, Bokai irrooba jettani, waan dumansi guraatae d'ud'ufaeefi. Isaani waan gubba beetani, ammo akheekha bara kana gargari barachu imbeetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Diirama ammoo, waan duumansii gurraatta'ee dhudhuffa'eef ‘Bokka'ii in rooba’ jettan. Isan waan gubbaa hinbeettanii, ammoo akeeka bara kanaa gargarii barachuu inbeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboroo yoo samiin duumessaayee gurraachate, ‹adha hin rooba› jettan, bifa sami'ii laaltanii attam akka ta'e himuu hin beettan. Malkata baraa attam akka ta'e himuu hin dandeettanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboroo, ‹Yoo samiin duumessaayee gurraachate, adha hin rooba› jettan, bifa sami'ii laaltanii attam akka ta'e himuu hin beettan. Malkata baraa attam akka ta'e himuu hin dandeettanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
yoo bari'u ganama ammoo ‹samiin duumessa ta'ee diimatee jiraatii adha ni rooba› jettan, bifa sami'ii adda baasuu ni beekittan, garuu malikata bifa baraa adda baasuu hin dandeettan.]
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
bariille, ‹Gubbaan waan diimattee dukkudhootteertuuf, adha hin rooba› jettan. Bifa gubba'aa ilaaltanee attam akka te'u himuu hin beettan, beessisa baraa ammoo attam akka te'u himuu hin dandeettanu.