Matthew 16:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti yennaa abbaaya'aan gamatti bu'ane, daabboo tokkolle fidatiisa dedhaneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari isaa gama galaanati taakinaani, qit'a fud'achu ded'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii isaa gama galaanaatti taakkinaan, qixxaa tokkoollee fudhachuu dedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni hennaa galaana gama ceeyan dhalee qabachuu irraanfatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni hennaa galaana gama ceeyan dhalee qabachuu irraanfatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa gara garba cisa'aan gamaa yeroo ce'anitti, waan irraafattaniif buddeena hin qabanne turan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti yennaa abbaaya'aan gamatti bu'ane, daabboo tokkolle fidatiisa dedhaneeran.