Matthew 16:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Ilalladha'a! Uukoo worra Fariisaayotaatii fi Saduqootaa irraa ifi eegadha'a” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Bukho Farisayootiifi ta Sadukayo eegad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warraan, “Bukoo Fariisotaa fi ta Saduqootaa eegadhaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus, «Beekkadhaa'a! raacitii worra Fariisotaatii fi Saduuqootaa irraa uf eeggadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus, «Beekkadhaa'a! raacitii worra Fariisotaatii fi Saduqootaa irraa uf eeggadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee barattoota isaatiin, «Onne'etti qabadhaa, shiishaa worra Farisootaatii fi Saduqootaa irraa ufi eeggadhaa!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Ilaalladha'a! Uukoo worra Fariisaayotaatii fi Saduqootaa irraa ifi eegadha'a» isaaniin jedhe.