Matthew 16:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan wol woliin, “Waan nuuti daabboo fidatiisa dhanneef akkas jedha” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jari isaa woliini hasae waan jed'e, Nu qit'aani ind'umne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan jarii isaa waliin haasa'ee, “Nu qixxaan hindhumne” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, «Waan nu dhalee hin qabneef akkana jedha» woliin jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan, «Waan nu dhalee hin qabneef akkana jedha» woliin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Kana jechuun isaa yookiin waan nu'u buddeena hin qabatiniif ta'a» jechu'uun, ufi isaaniitii woliin ni haasayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan wol woliin, «Waan nuuti daabboo fidatiisa dhanneef akkas jedha» jedhane.