Matthew 16:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yaada isaanii beekee, “Isin worra dhugeeffannaa diqqo'oo, marroo daabboo fidatiisa dhabiisaa maaf dudubbattan?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan kana beennaani waan jed'eeni, D'ugefachaani teesani waan diqo. Maafi hasooftani, Nu qit'a inqamnu jettani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus waan kaan beennaan, “Dhugeeffachaan teessan waan diqqoo. Maaf, ‘Nu qixxaa hinqamnu’ jettanii haasoftan?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus yaada isaanii beekee akkana isaaniin jedhe, «Isin worra amantii dhidhu'uu; maaf waan dhalee dhabuu keessanii woliin qaaxxan?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus yaada isaanii beekee akkana isaaniin jedhe, «Isin worra amantaa diqqo'oo maaf waan dhalee dhabuu keessanii woliin qaaxxan?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu yaada isaanii beekee akkana isaaniin jedhe, «Isin worra amantiin itti dhidhate nana! ‹waan nu buddeenna hin qabatiniif› jettanii, waayee maali'iif ufii keessan woliin haasofttan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yaada isaanii beekee, «Isin worra dhugeeffannaa diqqo'oo, marroo daabboo fidatiisa dhabiisaa maaf dudubbattan?