Matthew 17:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa jaan duuba, Yesuus Pheexroosii fi Yaaqoob, Yohaannisii obboleessa Yaaqoobille fudhatee, gara gaara dheeraa tokkoo qofitti ol isaan baase.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi guyya jaa Yesoni Petrofi Yohanafi oboleesa isaa Yakobo yaame, gaara d'eera toko koba korsiise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii guyyaa ja'aa Yesus Phexrosii fi Yoh. aannisii, obbooleessa isaa Yaaqob yaamee, gaara dheeraa tokko gubbaa korsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa jahaan maayessa Yesuus Pheexroosiin, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoobii Yohaannisiin hojja isaanii qabatee gara gaara dheera'aatitti ol isaan baase.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa jahaan maayessa, Yesuus Pheexroosiin, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoobii Yohaannisiin hojja isaanii qabatee, gara gaara dheera'aatitti ol isaan baase.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa jahaan duubatti Yesus Phexirosiin, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoobii Yohaanisiin qofa fudhatee, adduma isaa gara gaara ol fagaatuu tokkoo, irra ni bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa jaan duuba, Yesuus Pheexroosii fi Yaaqoob, Yohaannisii obboleessa Yaaqoobille fudhatee, gara gaara dheeraa tokkoo qofitti ol isaan baase.