Matthew 17:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni deebisee, “Eliyaas waan mara adde'etti deebisiisaaf dhugumaan hin dhufa;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, D'uguma, qaraa fiit'e Eliyati d'ufe waan ch'ufa durati mid'aasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo deebisee, “Dhugumaa, qaraa fiixee Eliyaasiitti dhufee waan cufa duratti midhaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Eeliyaas waan maraa hule'etti deebisu'uuf firrisee dhufa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee deebisee akkana isaaniin jedhe, «Eeliyaasi waan maraa hule'etti deebisu'uuf firrisee hin dhufa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Sirri'i, Eliyaas durssee ni dhufa, inni'llee waan maraa ni sirreessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, «Eliyaas waan mara adde'etti deebisiisaaf dhugumaan hin dhufa;