Matthew 17:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba barattooti akka inni marroo Yohaannisii cuupha'aa isaanitti dubbatiisatti jiru hubatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri aka Yesoni waan Yohana nama batisu dubbatu hubate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii akka Yesus waan Yoh. aannisii nama cuuphuu dubbate hubate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san darasoonni akka Yesuus waan Yohaannisii cuupha'aa isaanitti hime qaabatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san darasoonni akka Yesuus waan Yohaannisii cuupha'aa isaanitti hime qaabatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti barattoonni isaa Yesus wonitti dubbate, waayee Yohaanisii cuupha'aa ta'uun, isaa isaaniif ni gale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba barattooti akka inni marroo Yohaannisii cuupha'aa isaanitti dubbatiisatti jiru hubatane.