Matthew 17:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa Yesuusii fi barattooti isaa sadiin gara gumi'ii deebi'ane, namichi tokko dhufee, Yesuus duratti jilbiiffatee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyaani baanaani, namichi toko isati d'ufe, durati jilbifate
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Biyyii baanaan, namichii tokko isatti dhufee, duratti jilbiifatee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara gumi'ii hennaa deebi'an namichi tokko dhufee, Yesuusiin afo'otti jilbiiffatee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara gumi'ii hennaa deebi'an, namichi tokko dhufee, Yesuusiin afo'otti jilbiinfatee, «Gooftaa'a, mucaa kiyya naa fayyisi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesusii fi barattoonni isaa sadiin gara ummataa yeroo deebi'anitti, naminni tokko gara Yesusii dhufee miila isaa jalatti jilbbiiffateeti akkana ni jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Yesuusii fi barattooti isaa sadiin gara gumi'ii deebi'ane, namichi tokko dhufee, Yesuus duratti jilbiiffatee,