Matthew 17:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Gootta'a, mucaa kiyya mararfadhu, inni dhukkuba gaggaddu'uu waan qabuuf guddoo rakkatiisatti jira; inni yennaa hedduu ibiddaa fi bisaan keessatti jiga.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Aabbo, gurba kiyyaa nahi, inni gagabdu qaba, guddo isa garagalchiti. Hojja ch'ufa ibida keesati jiga yokhaani bisaani keesati jiga.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Aabboo, gurba kiyyaa naa na'i, innii gagabduu qaba, guddoo isa gargalchite. Yo cufa ibidda keessatti jiga yokaan bisaan keessatti jiga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gooftaa'a, mucaa kiyya naa fayyisi; inni dhukkuba gaggabdo'oo waan qabuuf guddisee rakkata'aara; hennaa hedduu ibiddaa fi bisaan keessatti kufa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni dhukkuba gaggabdo'oo waan qabuuf guddisee rakkata'aara. Hennaa hedduu ibiddaa fi bisaan keessatti kufa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yaa Gooftaa! Yabo'oo mucaa kiyyaa garaa laafiif, Dhukkubnni kuffisu ka jinni'ii qabeenii akka malee ni makkaraarssaan, ibidda irrattii fi bishaan keessatti'llee yeroo baayi'ee ni kufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gootta'a, mucaa kiyya mararfadhu, inni dhukkuba gaggaddu'uu waan qabuuf guddoo rakkatiisatti jira; inni yennaa hedduu ibiddaa fi bisaan keessatti jiga.