Matthew 17:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani gara barattoota teetii isa fidee, isaan ammoo isa fayyisuu hin dandeenne” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jara keetiitini d'ufeeni jennaani fayyisu dad'abani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jara keetti dhufee jennaan fayyisuu dadhaban” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani gara darasoota keetii isa fide, isaan ammo isa fayyisuu hin dandeenne» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani gara darasoota keetii isa fide, isaan ammoo isa fayyisuu hin dandeenne» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara barattoota keetii'llee fideenii ture, garuu fayyisu'uuniif isaan hin danddeenne.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gara barattoota teetii isa fidee, isaan ammoo isa fayyisuu hin dandeenne» jedhe.