Matthew 17:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba barattooti qofuu gara Yesuusii dhufanee, “Nuuti maaf ayyaana hamaa san baasuu dadhanne?” jedhanee isa gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jari Yeso kobati isati d'ufe waan jed'eeni, Nu maanifi jinni suni baasu dad'amne?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan jarii Yesusii kophaatti isatti dhufee, “Nu maaniif jinnii sun baasuu dadhamne?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa darasoonni isaa hojja ufii gara Yesuusii dhufanii, «Nu maaf jinnii baasuu dadhabne?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa darasoonni isaa hojja ufii gara Yesuusii dhufanii, «Nu jinnii maali'iif baasuu dadhabne?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti barattoonni isaa adda isaa uduu inni jiru gara Yesusii dhufanii, «Nu'u jinnii kana baasu'uuf ka dadhabine maali'iitiif?» jechu'uun, ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba barattooti qofuu gara Yesuusii dhufanee, «Nuuti maaf ayyaana hamaa san baasuu dadhanne?» jedhanee isa gaafatane.