Matthew 17:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ka akkanaa kun daadimataa fi laamaan malee hin bawu” isaaniin jedhe.]
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo kad'achaafi ufi agabsiti ch'allati jinni akana tana baasa, wonti d'ibiini dandeete imbaaftu.]
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo kadhachaa fi ufii agabsiitii callaatti jinnii akkaanaa tana baasa, wantii dhibiin dandeettee hinbaaftu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jinniin akkanaa kun kadha'aa fi soomaan malee hin bayu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jinniin akkanaa kun kadha'aa fi soomaan malee hin bayu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jinniin akkanaa kun garuu, kadhanna'aa fi soomaan yoo ta'e malee, gonkumaa hin bayu.»]
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka akkanaa kun daadimataa fi laamaan malee hin bawu» isaaniin jedhe.]