Matthew 17:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa barattooti isaa Galiilaa keessatti wolitti qabamane, yesuus isaaniin, “Ilmi Namaa harka namootaatitti dabarfamee hin kennama,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari isaa ch'ufti Galilayati wolti d'umnaani Yesoni waan worraani jed'e, Ilma Nama harka nyaapati, kennani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii isaa cuftii Galiilaatti walitti dhumnaan Yesus warraan, “Ilmii namaa dabarsaniitti harka nyaaphaatti kennaanii,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Galiilaa keessa deddeebi'an Yesuus, «Ilmi Namaa harka namootaatitti dabarfamee kennama,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa Galiilaa keessa deddeebi'an, Yesuus, «Ilmi Namaa harka namootaatitti dabarfamee hin kennama,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa Galiila'atti yeroo wolgayanitti akkana isaaniin jedhe, «Ilmi Namaa harka namootaa titti dabarffamee ni kennama,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa barattooti isaa Galiilaa keessatti wolitti qabamane, Yesuus isaaniin, «Ilmi Namaa harka namootaatitti dabarfamee hin kennama,