Matthew 17:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
isaanille isa hin ijjeesan, inni ammoo guyyaa sadeesso'ootitti du'aa hin ka'a” isaaniin jedhe. Isaanille guddoo gaddane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
isa ijeesani, ammo guyya sadeeso kaa. Duuba jari guddo lalefate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
isa ijjeesan, ammoo guyyaa sadeessoo du'a inka'a” jedhee jennaan jarii guddoo laaleffate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isaanillee isa ajjeesan; guyyaa Sadeesso'oo du'aa hin ka'a» isaaniin jedhe. Darasoonni guddisanii gaddan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
isaanillee isa ajjeesan, guyyaa Sadaffa'aa du'aa hin ka'a» isaaniin jedhe. Isaanillee guddisanii gaddan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee ni ajjeesaniin, garuu guyyaa sadaffaa titti, du'aa ni ka'a.» Barattoonni isaa'llee waan kanaan haalaan ni gaddan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaanille isa hin ijjeesan, inni ammoo guyyaa sadeesso'ootitti du'aa hin ka'a» isaaniin jedhe. Isaanille guddoo gaddane.