Matthew 17:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos deebisee, “Nama biyya dhibi'ii irraa guuran” jedheen. Yesuus deebisee, “Nami biyya isaanii bilisa ree!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petroni, Nama d'ibi iraa guurti jed'eeni. Yesoni waan jed'eeni, Yo akasi taate, abbootiini lafa woma imbaaftu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros, “Nama dhibii irraa guurti” jedheen. Yesus deebisee, “Yo akkas taate, abbootiin lafaa homaa hinbaaftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos deebisee, «Nama biyya biraa irraa guuran» jedheen. Yesuus deebisee, «Namni biyya isaanii bilisa ta'a kaa!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroos deebisee, «Nama biyya biraa irraa guuran» jedheen. Yesuus deebisee, «Namni biyya isaanii bilisa ta'a kaa!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros'llee, «Namoota biyya alaa irraayyi» jechu'uun, ni deebise. Yesus'llee akkana ni jedhe, «Eegasuu ijoolleen isaanii gibira kafaluu irraa bilisa jechu'uu kaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos deebisee, «Nama biyya dhibi'ii irraa guuran» jedheen. Yesuus deebisee, «Nami biyya isaanii bilisa ree!